Adoolessa 2-8
LUQAAS 6-7
Faarfannaa 109 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Arjummaadhaan Safaraa”: (Daq. 10)
Luq 6:37—Namootaaf dhiifama kan goonu yoo taʼe, isaanis dhiifama nuuf godhu (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa; w08 5/15 9-10 key. 13-14)
Luq 6:38—Kennuu amaleeffachuu qabna (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Luq 6:38—Namoonni akkuma isaaniif safaretti, deebisanii nuuf safaru (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Luq 6:12, 13—Yesuus Kiristiyaanota murtoowwan guguddaa godhaniif fakkeenya gaarii kan taʼu karaawwan kamiini? (w07-AM 8/1 6 key. 1)
Luq 7:35—Yommuu arrabsamnutti jechoonni Yesuus nu gargaaruu kan dandaʼan akkamitti? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Luq 7:36-50
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) bhs 198 key. 4-5
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Arjummaa Yihowaa Hordofaa: (Daq. 15) Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa:
Yihowaa fi Yesuus arjoota taʼuu isaanii kan argisiisan akkamitti?
Yihowaan arjummaa nuti argisiisnu kan eebbisu akkamitti?
Arjummaadhaan dhiifama gochuu jechuun maal jechuu dha?
Karaawwan yeroo keenya arjoomuu itti dandeenyu tokko tokko kamfaʼi?
Namoota galateeffachuu irratti arjoota taʼuu kan dandeenyu akkamitti?
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 8
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 148 fi Kadhannaa