LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Adoolessa ful. 4
  • Adoolessa 16-22

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Adoolessa 16-22
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Adoolessa ful. 4

Adoolessa 16-22

LUQAAS 10-11

  • Faarfannaa 100 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Fakkeenya Waaʼee Namicha Biyya Samaariyaa Dubbatu”: (Daq. 10)

    • Luq 10:29-32—Jalqaba lubni tokko, achiis Leewwiin tokko nama Yihudaa lammii isaanii taʼee fi saamtotaan miidhame utuu hin gargaarin hafaniiru [nwtsty miidiyaa Luqaas 10:30 taphachiisi.] (w02-AM 9/1 16-17 key. 14-15)

    • Luq 10:33-35—Namni Samaariyaa tokko nama miidhame kanatti jaalala guddaa argisiiseera (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa Luqaas 10:33, 34)

    • Luq 10:36, 37—Namoota sadarkaan jireenyaa isaanii nuu wajjin qixxee taʼee fi sanyii, qomoo ykn lammii keenya taʼan qofatti utuu hin taʼin namoota hundatti jaalala argisiisuu qabna (w98-AM 7/1 31 key. 3)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Luq 10:18—Yesuus barattoota isaa 70n, “Seexanni akka bakakkaatti yommuu samii irraa kufu argeera” yommuu jedhu maal jechuu isaa ture? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa; w08 3/15 31 key. 11)

    • Luq 11:5-9—Fakkeenyi waaʼee namicha irra deddeebiʼee kadhate ibsu kadhannaa ilaalchisee maal nu barsiisa? (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Luq 10:1-16

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Namni sun yaada mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokko kaasa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Namni sun nyaachaa akka jiru isinitti hima.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 24

  • “Siyaasa Keessa Galuu Irraa Of Qusachuun Barbaachisaa kan Taʼe Maaliifi? (Mik 4:2)”: (Daq. 15) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 10, saanduqa ful. 28

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 133 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi