LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Adoolessa ful. 4
  • Fakkeenya Waaʼee Namicha Biyya Samaariyaa Dubbatu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fakkeenya Waaʼee Namicha Biyya Samaariyaa Dubbatu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Akka Nama Samaariyaa Sanaa Gaarii Taʼuu Jechuun Maal Jechuu Dha?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • Fakkeenya Waaʼee Ilma Badee Dubbatu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • ‘Dammaqinaan’ Ni Eegduu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Fakkeenya Waaʼee Miinaa Kudhan Dubbatame Irraa Baradhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Adoolessa ful. 4
Namni Samaariyaa tokko nama Yihudii karaa deemaa turee fi miidhaan irra gaʼeef madaa isaa yommuu hidhu

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LUQAAS 10-11

Fakkeenya Waaʼee Namicha Biyya Samaariyaa Dubbatu

10:25-37

Yesuus fakkeenya kana kan dubbate gaaffii, “Nama isa kam jaallachuun qaba?” jedhamee gaafatameef yommuu deebii kennetti ture. (Luq 10:25-29) Yesuus gumiin Kiristiyaanaa yeroo booda namoota Samaariyaa fi namoota Yihudootaa hin taane dabalatee, “akaakuu namootaa hunda” kan of keessatti qabate akka taʼu beeka ture. (Yoh 12:32) Fakkeenyi kun duuka buutonni isaa namoota isaan irraa baayʼee adda taʼanitti illee, jaalala argisiisuuf carraaqii addaa gochuu akka qaban isaan barsiiseera.

Namoonni lammii adda addaa qaban yommuu waliin bashannanan

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU:

  • ‘Obbolootaa fi obboleettota aadaan isaanii kan koo irraa adda taʼeef ilaalcha akkamiin qaba?’

  • ‘Yeroo baayʼee namoota haala wal fakkaataa qabnuu wajjinan yeroo dabarsaa?’

  • ‘Kiristiyaanota hidhata amantii koo taʼanii fi akkaataa guddinaa ana irraa adda taʼe qabanii wajjin caalaatti wal baruuf garaa koo balʼisee banuu nan dandaʼaa?’ (2Qo 6:13)

Obboleessa ykn obboleettii . . .

  • tajaajila afeeruun barbaada

  • mana kootti nyaata afeeruun barbaada

  • Waaqeffannaa Maatii keenya galgalaa itti aanu irratti maatii koo wajjin akka argamu ykn argamtu afeeruun barbaada

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi