LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Hagayya ful. 6
  • Hagayya 27–Fulbaana 2

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 27–Fulbaana 2
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Hagayya ful. 6

Hagayya 27–Fulbaana 2

LUQAAS 23-24

  • Faarfannaa 130 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Warra Kaaniif Dhiifama Gochuuf Qophaaʼoo Taʼaa”: (Daq. 10)

    • Luq 23:34—Yesuus Loltoota Roomaa muka irratti isaa fannisaniif dhiifama godheera (cl 356-357 key. 16)

    • Luq 23:43—Yesuus yakkamaa tokkoof dhiifama godheera (g-AM 2/08 11 key. 5-6)

    • Luq 24:34—Yesuus Pheexirosiif dhiifama godheera (cl 357-358 key. 17-18)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Luq 23:31—Yesuus caqasa kana irratti kan dubbate waaʼee maalii taʼuu dandaʼa? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Luq 23:33—Bara duriitti namoota muka irratti fannisuuf misimaaratti fayyadamaa akka turan ragaa arkiʼooloojii argisiisu akkamiitu jira? (nwtsty-AM miidiyaa)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Luq 23:1-16

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis barreeffama nama haasofsiifamu sanaaf taʼuu fi Meshaalee Bariisuuf Itti Fayyadamnu keessatti argamu tokko kenni.

  • Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa keetii filadhu, akkasumas barreeffama qoʼachiisuuf itti fayyadamnu tokko kenni.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 4 key. 3-4

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 20

  • “Yesuus Obboleessa Keetiifis Duʼeera”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Caalaatti Bareedduu Taʼuu! jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 16

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 73 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi