Fulbaana 10-16
YOHAANNIS 3-4
Faarfannaa 57 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yesuus Dubartii Samaariyaa Tokkoof Dhugaa Baʼe”: (Daq. 10)
Yoh 4:6, 7—Yesuus dadhabee kan ture taʼus, dursa fudhatee dubartii Samaariyaa tokko haasofsiiseera (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa Yoh 4:6)
Yoh 4:21-24—Yesuus karaa al idilee taʼeen haasaa jalqabuun isaa namoonni hedduun dhugaa akka dhagaʼan godheera
Yoh 4:39-41—Carraaqqii Yesuus godheen kan kaʼe, namoonni Samaariyaa hedduun isatti amananiiru
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Yoh 3:29—Caqasa kana akkamitti hubachuu qabna? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Yoh 4:10—Dubartiin Samaariyaa yaada Yesuus “bishaan jireenya kennu” jechuudhaan dubbate akkamitti hubattee taʼuu dandaʼa? Taʼus Yesuus maal jechuu isaa ture? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Yoh 4:1-15
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) wp16.2 9 key. 1-4—Mata Duree: Yohaannis 4:23 ibsa.
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Maree Dhugaa Baʼuuf Gargaaru Jalqabuu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Obboloonni hundi torban keessatti yoo xinnaate nama tokko akka haasofsiisan jajjabeessi. Walgaʼii itti aansee torban gidduutti godhamu irratti babalʼistoonni muuxannoo isaanii dubbachuuf carraa argatu.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 18
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 123 fi Kadhannaa