LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Fulbaana ful. 3
  • Yesuus Dubartii Samaariyaa Tokkoof Dhugaa Baʼe

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yesuus Dubartii Samaariyaa Tokkoof Dhugaa Baʼe
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Nuti Yeroo Hunda Dhugaa Baatota
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Karaa Alidilee Ta’een Dhugaa Ba’uu Ni Dandeessu!
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Dandeettii Tajaajilarratti Qabnu Fooyyeffachuu—Karaa Alidilee Taʼeen Dhugaa Baʼuuf Marii Jalqabuu
    Tajaajila Mootummaa—2014
  • Dubartii Samaariyaa Tokko Barsiise
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Fulbaana ful. 3
Yesuus boolla bishaanii biratti dubartii Samaariyaa haasofsiise; dubartiin Samaariyaa waaʼee Yesuus namoota kaanitti himte

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | YOHAANNIS 3-4

Yesuus Dubartii Samaariyaa Tokkoof Dhugaa Baʼe

4:6-26, 39-41

Yesuus karaa al idilee taʼeen akka dhugaa baʼu maaltu isa gargaare?

  • 4:7—Maree kan jalqabe waaʼee Mootummichaa dubbachuu ykn Masiihii taʼuu isaa beeksisuudhaan utuu hin taʼin, bishaan dhugamu gaafachuudhaan ture

  • 4:9—Sanyii ishiitiin kan kaʼe dubartii Samaariyaa sanatti dhihaachuu irraa duubatti hin jenne

  • 4:9, 12—Yaada gara falmiitti geessuu dandaʼu yommuu ishiin kaastu, Yesuus wanta dubbatu irratti xiyyeeffateera.—cf 91 key. 3

  • 4:10—Maree kan jalqabe fakkeenya wanta dubartittiin guyyaa guyyaadhaan raawwattu irraa fudhatameen ture

  • 4:16-19—Jireenya naamusaan ala taʼe kan jiraattu taʼus, Yesuus kabajaan ishii haasofsiiseera

Seenaan kun karaa al idilee taʼeen lallabuun barbaachisaa taʼuu isaa kan argisiisu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi