LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Fulbaana ful. 5
  • Homtuu Lafatti hin Badne

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Homtuu Lafatti hin Badne
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Hojjettoota Dandeettii Qabdan Taʼaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Barreeffamoota Macaafa Qulqulluurratti Hundaa’anii Qophaa’anitti Akka Gaariitti Fayyadamaa
    Tajaajila Mootummaa—2005
  • Jaalalli Yihowaadhaaf Qabdan Hammam Cimaa Akka T⁠a⁠ʼe Argisiisuu Keessan Itti Fufaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Kutaa 1
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Fulbaana ful. 5
Waajjira muummee Waarwiik, Niiwu Yoork

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Homtuu Lafatti hin Badne

Yesuus dubartootaa fi ijoollee utuu hin dabalatin, dhiirota 5,000 erga nyaachisee booda, barattoota isaa akkas jedhee ajaje: “Wanti tokko illee akka lafatti hin badneef, hambaa harcaʼee hafe hunda walitti qabaa.” (Yoh 6:12) Yesuus homtuu akka lafatti hin badne gochuudhaan qophii Yihowaatiif dinqisiifannaa akka qabu argisiiseera.

Bara keenyattis Qaamni Ol Aanaan qarshii buusii godhame ogummaadhaan itti fayyadamuudhaan fakkeenya Yesuus hordofuuf carraaqqii godha. Fakkeenyaaf, waajjirri muummee addunyaa maraa inni Waarwiik, Niwuu Yoorkitti argamu yommuu ijaaramu, obboloonni diizaayinoota qarshii buusii godhame ogummaadhaan itti fayyadamuuf gargaaran filataniiru.

YOMMUU WANTOOTA ARMAAN GADII GOONU HOMTUU AKKA LAFATTI HIN BADNE GOCHUU KAN DANDEENYU AKKAMITTI?

  • Obboleessi tokko Galma Walgaʼiitti ibsaa yommuu dhaamsu

    walgaʼiiwwan Kiristiyaanaa irratti yommuu argamnu

  • Dhugaa Baatuun Yihowaa tokko Kitaaba Qulqulluu dhuunfaa isaa irratti maqaa isaa yommuu barreessu

    barreeffamoota dhuunfaatti itti fayyadamnu yommuu fudhannu (km-AM 5/09 3 key. 4)

  • Obboleessi tokko hamma isa barbaachisu qofa tiraaktii yommuu fudhatu

    barreeffamoota tajaajila irratti itti fayyadamnu yommuu fudhannu (mwb17.02 “Barreeffamoota Keenyatti Sirriitti Fayyadamaa” key. 1)

  • Obboleettiin takka barreeffama dubartii takkaaf kennuu ishii dura fedhii qabaachuu ishii hubachuuf yaalti

    tajaajila irratti yommuu hirmaannu (mwb17.02 “Barreeffamoota Keenyatti Sirriitti Fayyadamaa” key. 2, saanduqa)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi