Fulbaana 24-30
YOHAANNIS 7-8
Faarfannaa 12 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yesuus Abbaa Isaatiif Ulfina Kenneera”: (Daq. 10)
Yoh 7:15-18—Yesuus yommuu namoonni barumsa isaatiif isa jajan, Yihowaadhaaf ulfina kenneera (cf 116-117 key. 5-6)
Yoh 7:28, 29—Yesuus bakka buʼaa Waaqayyoo taʼee akka ergame kan dubbate siʼa taʼu, kunis Yihowaadhaaf akka inni bitamu kan argisiisu ture
Yoh 8:29—Yesuus yeroo hunda wanta Yihowaa gammachiisu akka raawwatu namoota isa dhaggeeffatanitti dubbateera (w11 3/15 11 key. 19)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Yoh 7:8-10—Yesuus obboloota isaa warra isatti hin amannetti soba dubbatee turee? (w07-AM 2/1 6 key. 4)
Yoh 8:12—Yesuus “ifa addunyaa” kan taʼe akkamitti? (w09 7/15 5 key. 12)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Yoh 8:31-47
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadamuudhaan jalqabi. Achiis namicha gara walgaʼiitti afeeri.
Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa keetii filadhu, achiis barreeffama qoʼachiisuuf itti fayyadamnu tokko kenniif.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) lv 9-10 key. 10-11
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Amala Gad of Qabuu fi Iddoo Ofii Beekuu Akka Kiristoos Argisiisaa”: (Daq. 15.) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo hunda taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 19 key. 10-16 fi saanduqa “Namoonni Samaariyaa Eenyu?” jedhu
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 60 fi Kadhannaa