LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Onkoloolessa ful. 6
  • Onkoloolessa 22-28

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Onkoloolessa 22-28
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Onkoloolessa ful. 6

Onkoloolessa 22-28

YOHAANNIS 15-17

  • Faarfannaa 129 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • ‘Isin Kutaa Addunyaa Miti’: (Daq. 10)

    • Yoh 15:19—Duuka buutonni Yesuus ‘kutaa addunyaa miti’ (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Yoh 15:21—Duuka buutonni Yesuus maqaa isaatiin kan kaʼe ni jibbamu (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Yoh 16:33—Duuka buutonni Yesuus fakkeenya isaa hordofuudhaan addunyaa moʼuu ni dandaʼu (it-1-E 516)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Yoh 17:21-23—Duuka buutonni Yesuus “tokko” taʼuu kan qaban akkamitti ture? (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)

    • Yoh 17:24—“Addunyaan uumamuu” jechuun maal jechuu dha? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Yoh 17:1-14

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami.

  • Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa keetii filadhu, akkasumas barreeffama qoʼachiisuuf itti fayyadamnu tokko kenni.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 14 key. 3-4

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 101

  • “Jaalalli Kiristiyaanota Dhugaa Adda Baasee Beeksisa—Tokkummaa isa Gatii Guddaa Qabu Eegaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo ‘Jaalala Waliif Qabaadhaa’—Waan Hamaa Nama Irratti Hin Lakkaaʼinaa jedhamu taphachiisi. Yeroon hamma siif heyyametti saanduqa “Fakkeenya Kitaaba Qulqulluu Irratti Xiinxaluu Qabnu” jedhu ibsi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 23 fi saanduqa “Jinniidhaan Qabamuu” jedhu

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 140 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi