Onkoloolessa 29–Sadaasa 4
YOHAANNIS 18-19
Faarfannaa 54 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yesuus Dhugaadhaaf Dhugaa Baʼeera”: (Daq. 10)
Yoh 18:36—Dhugaan as irratti ibsame Mootummaa Masiihichaa irratti kan xiyyeeffate dha
Yoh 18:37—Yesuus kaayyoo Waaqayyoo ilaalchisee dhugaadhaaf dhugaa baʼeera (nwtsty-AM qabxiiwwan qoʼannaa)
Yoh 18:38a—Philaaxos tuffiidhaan kan dubbate walumaa galatti dhugaan jiraachuu fi dhiisuu isaa ilaalchisee taʼuu hin oolu (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Yoh 19:30—Yesuus “hafuura isaa kenne” jechuun maal jechuu dha? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Yoh 19:31—Yesuus Dh.K.B Niisaan 14, bara 33tti akka duʼe ragaan argisiisu maali dha? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Yoh 18:1-14
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis nama haasofsiistutti weeb saayitii jw.org argisiisi.
Deddeebii Gaaffii Sadaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Caqasa mataa kee filadhu, akkasumas yeroo itti aanuuf haala mijeessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 6 ykn isaa gad) fg barumsa 14 key. 6-7
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Jaalalli Kiristiyaanota Dhugaa Adda Baasee Beeksisa—Dhugaatti Gammadaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo ‘Jaalala Waliif Qabaadhaa’—Dhugaatti Gammadaa Malee, Jalʼinatti Hin Gammadinaa, jedhamu taphachiisi. Yeroon kan siif heyyamu yoo taʼe saanduqa “Fakkeenya Kitaaba Qulqulluu Irratti Xiinxaluu Qabnu” jedhu ibsi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 24
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 58 fi Kadhannaa