LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Onkoloolessa ful. 7
  • Yesuus Dhugaadhaaf Dhugaa Baʼeera

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yesuus Dhugaadhaaf Dhugaa Baʼeera
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Hanga Andaara Lafaatti”
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Onkoloolessa ful. 7

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | YOHAANNIS 18-19

Yesuus Dhugaadhaaf Dhugaa Baʼeera

18:36-38a

Yesuus kaayyoo Waaqayyoo ilaalchisee dhugaadhaaf dhugaa baʼeera

  • DUBBIIDHAAN: Inni dhugaa waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ibsu hinaaffadhaan lallabeera

  • HOJIIDHAAN: Akkaataan jireenyaa isaa raajiin dubbii Waaqayyoo dhugaa taʼuu isaa mirkaneesseera

Barattoota Yesuus waan taaneef, nutis dhugaadhaaf dhugaa baana

  • DUBBIIDHAAN: Misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo isa hundeeffamee fi Kiristoos Mootii irratti taʼe, yeroo namoonni nutti qoosanitti illee hinaaffadhaan ni lallabna

  • HOJIIDHAAN: Siyaasa irraa walaba taʼuu fi amala Waaqayyo biratti fudhatama qabu argisiisuudhaan aangoo Yesuus Mootii taʼuudhaan qabu akka deggerru ni argisiisna

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Jireenyi koo dhugaadhaaf dhugaa baʼuu irratti akka xiyyeeffate namoonni naannoo koo jiran salphaatti ni hubatuu?’

Obboleettonni viidiyoo argisiisaa jiru; obboleessi tokko nama garaajii keessa hojjetuuf dhugaa baʼa; warrii fi ijoolleen waaqeffannaa maatii gochaa jiru; obboleettiin takka nama ishii wajjin hojjetuuf dhugaa baati
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi