LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Amajjii ful. 3
  • Amajjii 14-20

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amajjii 14-20
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Amajjii ful. 3

Amajjii 14-20

HOJII ERGAMOOTAA 23-24

  • Faarfannaa 148 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Dhukkuba Daddarbaa fi Nama Jeequmsa Kakaasu Jedhamee Himatame”: (Daq. 10)

    • HoE 23:12, 16—Karoorri Phaawulosiin ajjeesuuf baafame utuu hin milkaaʼin hafe (bt-AM 191 key. 5-6)

    • HoE 24:2, 5, 6—Abukaattoon Xarxuloos jedhamu bulchaa warra Roomaa duratti Phaawulos irratti himata dhiheesse (bt-AM 192 key. 10)

    • HoE 24:10-21—Phaawulos himata isa irratti dhihaateef kabajaan deebii kenneera; akkasumas ija jabinaan dhugaa baʼeera (bt-AM 193-194 key. 13-14)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • HoE 23:6—Phaawulos “Ani Fariisicha” kan ofiin jedhe maaliifi? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)

    • HoE 24:24, 27—Dirusiilaan eenyu turte? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa HoE 24:24)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) HoE 23:1-15 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼeef deebii kenni. (th qoʼannaa 2)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼeef deebii kenni. (th qoʼannaa 3)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 77

  • Gabaasa Tajaajilaa Waggaa: (Daq. 15) Haasaa jaarsaan dhihaatu. Xalayaa gabaasa tajaajilaa waggaa waajjira damee irraa ergame ibsu erga dubbistee booda, babalʼistoota waggaa darbe tajaajila irratti muuxannoo nama jajjabeessu argatan dursii qopheessiitii gaafannoo godhiif.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 35 key. 1-11

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 82 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi