Amajjii 28–Guraandhala 3
HOJII ERGAMOOTAA 27-28
Faarfannaa 129 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Phaawulos Dooniidhaan Gara Roomaatti Geeffame”: (Daq. 10)
HoE 27:23, 24—Maleekaan tokko Phaawulosii fi namoonni dooniidhaan isaa wajjin deeman balaa obomboleettii sana irraa akka oolan isatt himeera (bt-AM 208 key. 15)
HoE 28:1, 2—Dooniin Phaawulos ittiin deemaa ture odoola Maaltaatti caccabe (bt-AM 209 key. 18; 210 key. 21)
HoE 28:16, 17—Phaawulos nagaadhaan Roomaa gaʼe (bt-AM 213 key. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
HoE 27:9—“Soomiin Guyyaa Araaraa” maali dha? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
HoE 28:11—Asxaa doonichaa ilaalchisee ibsi kenname kan nama dinqisiisu maaliifi? (nwtsty-AM qabxii qoʼannaa)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) HoE 27:1-12 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 2)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) lv 139-141 key. 16-17 (th qoʼannaa 3)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Phaawulos Waaqayyoon Galateeffate; Akkasumas Jajjabina Argate”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo “Sibiilli Sibiila ni Qara”—Gabaabfamee kan Fudhatame jedhu taphachiisi. Hundumtuu viidiyicha guutummaatti akka ilaalan jajjabeessi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 35 key. 20-27 fi saanduqa ful. 89
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 35 fi Kadhannaa