LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Amajjii ful. 6
  • Phaawulos Dooniidhaan Gara Roomaatti Geeffame

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Phaawulos Dooniidhaan Gara Roomaatti Geeffame
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Phaawulos Roomaatti Ergame
    Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
  • “Isin Keessaa Namni Tokko Illee hin Badu”
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
  • ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
  • Yihowaan Gargaaraa Keessan Waan Taʼeef Ija Jabaadhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2020
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Amajjii ful. 6

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HOJII ERGAMOOTAA 27-28

Phaawulos Dooniidhaan Gara Roomaatti Geeffame

27:23, 24; 28:1, 2, 16, 17

Phaawulos hidhaa jala jiraatus, matumaa lallabuu isaa hin dhiisne. Utuu doonii irra jiruu hojjettoota doonichaa fi imaltootaaf lallabeera. Erga doonichi Maaltaatti caccabee boodas, namoota dhukkuba isaanii irraa fayyiseef misiraachoo akka lallabe hin shakkisiisu. Roomaa erga gaʼanii guyyaa sadii boodas, Yihudoota beekamoo taʼaniif lallabuuf walitti isaan waamsisee ture. Akkasumas waggaa lamaaf mana jiraatu keessatti hidhamee yeroo turetti, namoota gara isaa dhufan hundaaf lallabeera.

Haalli si daangessu kam iyyuu yoo jiraate, misiraachoo lallabuuf maal gochuu dandeessa?

Phaawulos funcaadhaan loltuu tokkotti hidhamee utuu jiruu yommuu Yihudoota beekamoo Roomaa keessa jiraataniif lallabu; daandii Phaawulos Qisaariyaatii gara Roomaatti godhe argisiisu
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi