LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Guraandhala ful. 5
  • Guraandhala 18-24

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 18-24
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Guraandhala ful. 5

Guraandhala 18-24

ROOMAA 7-8

  • Faarfannaa 27 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Hawwii Guddaadhaan Eeggachaa Jirtuu?”: (Daq. 10)

    • Rom 8:19—‘Ijoolleen Waaqayyoo’ yeroo dhihootti ni mulʼatu (w12 7/15 11 key. 17)

    • Rom 8:20—“Karaa isa abdiidhaan akka inni bitamu godhe sanaatiin,” “uumamni wanta gatii hin qabneef bitameera” (w12 3/15 23 key. 11)

    • Rom 8:21—‘Uumamni garbummaa tortoruu jalaa bilisa ni baʼa’ (w12 3/15 23 key. 12)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Rom 8:6—“Yaadni ofii foon irratti akka xiyyeeffatu gochuu” fi “yaadni ofii hafuura irratti akka xiyyeeffatu gochuun” garaa garummaa maalii qaba? (w17.06 3)

    • Rom 8:26, 27—“Yommuu jechaan ibsuu dadhabnee aadnu” Yihowaan kan nu gargaaru akkamitti? (w09 11/15 7 key. 20)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Rom 7:13-25 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu erga beeksistee booda irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 9)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 139

  • “Jabaattanii Dhaabachuudhaan Hawwii Guddaadhaan Eeggachuu Keessan Itti Fufaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhiʼaatu. Viidiyoo ‘Jabinaan Fiiguu’ Qabna—Badhaasicha Akka Argattan Mirkanaaʼoo Taʼaa .

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 37

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 3 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi