LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Guraandhala ful. 5
  • ‘Hawwii Guddaadhaan Eeggachaa Jirtuu?’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Hawwii Guddaadhaan Eeggachaa Jirtuu?’
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Abdii Keenyatti Gammaduu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Eeggachuu Keessan Itti Fufaa!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Muka Dhiphinaa Keessan Baadhaatii Yeroo Hunda Ana Duuka Buʼaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Wanta Yihowaan Si Fayyisuuf Raawwate Ni Dinqisiifattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Guraandhala ful. 5

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ROOMAA 7-8

‘Hawwii Guddaadhaan Eeggachaa Jirtuu?’

8:19-21

  • ‘Uumama’: ilmaan namootaa abdii bara baraaf lafarra jiraachuuf abdatan

  • “Mulʼachuu ijoollee Waaqayyoo”: yeroo dibamtoonni Kiristoosii wajjin taʼanii sirna Seexanaa hamaa kana balleessuu irratti hirmaatan

  • “Karaa abdii sanaa”: waadaa Yihowaan karaa duʼaa fi duʼaa kaʼuu Yesuus bilisa baasuuf gale

  • ‘Garbummaa tortoruu jalaa bilisa baʼuu’: suutuma suuta miidhaa cubbuu fi duʼaa jalaa bilisa baʼuu

Obboleessi dargaggeessa taʼe tokko yommuu qoʼannaa dhuunfaa godhu, walgaʼii irratti yommuu yaada kennu, afeerraa shamarran Dhugaa Baatota hin taane isaaf dhiheessan yommuu didu, bohaartii gaarii taʼeen yommuu bohaaru

‘Mulʼachuu ijoollee Waaqayyoo hawwii guddaadhaan eeggachaa akka jirtan’ argisiisuu kan dandeessan akkamitti?

  • Kitaaba Qulqulluu dhimmitanii qoʼachuu fi hafuura qulqulluu argachuuf kadhachuudhaan

  • Wantoota Yihowaan gara isaatti akka dhihaannuuf qopheesse hunda guutummaatti itti fayyadamuudhaan

  • Seexanni ulaagaaleen Waaqayyoo bilisummaa kan nama dhowwatan akka taʼanitti akka yaaddan gochuudhaan akka isin gowwoomsu heyyamuu dhiisuudhaan

  • Wantoota Kitaaba Qulqulluu irraa barattan jireenya keessan keessatti hojii irra oolchuudhaan

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi