LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Bitootessa ful. 4
  • Bitootessa 18-24

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 18-24
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Bitootessa ful. 4

Bitootessa 18-24

1 QORONTOS 1-3

  • Faarfannaa 127 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Ati Nama Foonii ti Moo Nama Hafuuraa Ti?”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 1 Qorontos jedhamu taphachiisi.]

    • 1Qo 2:14—“Nama foonii” taʼuu jechuun maal jechuu dha? (w18.02 19 key. 4-5)

    • 1Qo 2:15, 16—‘Nama hafuuraa’ taʼuu jechuun maal jechuu dha? (w18.02 19 key. 6; 22 key. 15)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • 1Qo 1:20—Waaqayyo ‘ogummaa addunyaa gowwummaa kan godhe’ akkamitti? (it-2-E 1193 key. 1)

    • 1Qo 2:3-5—Fakkeenyi Phaawulos nu gargaaruu kan dandaʼu akkamitti? (w08 7/15 27 key. 6)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 1Qo 1:1-17 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 3)

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi; achiis kitaaba Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa? jedhamu beeksisi. (th qoʼannaa 11)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 18

  • “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Xalayaa Gaarii Barreessuu”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu.

  • Duulli Ayyaana Yaadannoo Sanbadduraa, Bitootessa 23 Jalqaba: (Daq. 7) Ilaaltuu ol aanaa tajaajilaatiin mareedhaan kan dhihaatu. Waraqaan afeerrii Ayyaana Yaadannoo dhaggeeffattootaaf akka kennamu erga gootee booda, qabiyyee isaa gabaabsii ibsi. Viidiyoo maree fakkeenya taʼu taphachiisiitii irratti mariʼadhaa. Karoora gumichi naannoo tajaajilaa waliin gaʼuuf baase ibsi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 41

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 32 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi