Bitootessa Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—Barreeffama Qoʼannaa Walgaʼii Bitootessa 2019 Maree Fakkeenya Taʼu Bitootessa 4-10 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ROOMAA 12-14 Jaalala Kiristiyaanummaa Argisiisuu Jechuun Maal Jechuu Dha? Bitootessa 11-17 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ROOMAA 15-16 Jabaatanii Dhaabachuu fi Jajjabina Argachuuf Gara Yihowaa Ilaalaa Bitootessa 18-24 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | 1 QORONTOS 1-3 Ati Nama Foonii ti Moo Nama Hafuuraa Ti? AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Xalayaa Gaarii Barreessuu AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Xalayaa Akka Fakkeenyaatti Dhihaate Bitootessa 25-31 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | 1 QORONTOS 4-6 ‘Raacitii Xinnoon Guutummaa Bukichaa ni Bukeessa’ AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Namoota Kitaaba Qulqulluu Qoʼachiistan Barsiisuuf Viidiyootti Fayyadamaa