LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Bitootessa ful. 3
  • Bitootessa 11-17

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 11-17
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Bitootessa ful. 3

Bitootessa 11-17

ROOMAA 15-16

  • Faarfannaa 33 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Jabaatanii Dhaabachuu fi Jajjabina Argachuuf Gara Yihowaa Ilaalaa”: (Daq. 10)

    • Rom 15:4—Jajjabina argachuuf Dubbii Waaqayyoo dubbisaa (w17.07 14 key. 11)

    • Rom 15:5—Yihowaan “jabaatanii dhaabachuu fi jajjabina” akka isiniif kennu kadhadhaa (w16.04 14 key. 5)

    • Rom 15:13—Yihowaan abdii nuuf kenna (w14 6/15 14 key. 11)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Rom 15:27—Kiristiyaanonni Yerusaalem, Kiristiyaanota Yihudoota hin taʼin irraa “idaa” qabu jechuun kan dandaʼamu akkamitti? (w89-E 12/1 24 key. 3)

    • Rom 16:25—“Iccitii qulqulluu bara dheeraadhaaf dhokfamee ture” kan jedhame maali dha? (it-1-E 858 key. 5)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Rom 15:1-16 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 3)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 10)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 11)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 129

  • Yihowaan ‘Jabaatanii Dhaabachuu fi Jajjabina kan Namaaf Kennu’ Akkamitti?: (Daq. 15) Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa:

    • Jajjabina argachuu ilaalchisee maal barattan?

    • Jajjabeessuu ilaalchisee hoo maal barattan?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 40

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 106 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi