LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Bitootessa ful. 2
  • Bitootessa 4-10

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 4-10
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Bitootessa ful. 2

Bitootessa 4-10

ROOMAA 12-14

  • Faarfannaa 106 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Jaalala Kiristiyaanummaa Argisiisuu Jechuun Maal Jechuu Dha?”: (Daq. 10)

    • Rom 12:10—Kiristiyaanota hidhata keessan taʼaniif jaalala qabaadhaa (it-1-E 55)

    • Rom 12:17-19—Yommuu jalʼinni isin irratti raawwatamu haaloo hin baʼinaa (w09 10/15 8 key. 3; w07 7/1 22-23 key. 12-13)

    • Rom 12:20, 21—Wanta hamaa gaarummaadhaan moʼaa (w12 11/15 29 key. 13)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Rom 12:1—Hiikni caqasa kanaa maali dha? (lv 63-64 key. 5-6)

    • Rom 13:1—Abbootiin taayitaa “aangoo isaanii isa daangaa qabu kan argatan Waaqayyo biraa ti” jechuun kan dandaʼamu akkamitti? (w08 6/15 31 key. 4)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Rom 13:1-14 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gaaffiitti Fayyadamuu jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi jedhamu qoʼannaa 3 irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w11-AM 9/1 21-22—Mata Duree: Hojiiwwan Kitaabni Qulqulluun hin Deeggarre Raawwachuuf kan Hojii Irra Oolu Taʼu Illee, Kiristiyaanonni Gibira Kaffaluu kan Qaban Maaliifi? (th qoʼannaa 3)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 77

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 39

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 120 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi