LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Bitootessa ful. 2
  • Jaalala Kiristiyaanummaa Argisiisuu Jechuun Maal Jechuu Dha?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jaalala Kiristiyaanummaa Argisiisuu Jechuun Maal Jechuu Dha?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jaalala Waaqayyoo
    Yihowaa Faarfadhaa
  • Jaalala Waaqayyoo isa Amanamaa
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • “Namni Hamaa Yoo Isin Irratti Hojjete, Deebiftanii Hamaa Irratti Hin Hojjetinaa!”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2007
  • Baafata Mata Duree
    Dammaqaa!—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Bitootessa ful. 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ROOMAA 12-14

Jaalala Kiristiyaanummaa Argisiisuu Jechuun Maal Jechuu Dha?

12:10, 17-21

Yeroo namni tokko jalʼina nu irratti raawwatu, jaalala Kiristiyaanummaa argisiisuun haaloo baʼuu dhiisuu qofaan kan daangeffamu miti. “Diinni kee yoo beelaʼe nyaachisi; yoo dheebote wanta dhugamu isaaf kenni; kana gochuudhaan barbadaa mataa isaa irratti tuulta.” (Rom 12:20) Nama jalʼina nu irratti raawwatetti gaarummaa argisiisuun namni sun gocha isaatti akka gaabbu gochuu illee ni dandaʼa.

Dubartiin obboleettii keenyaa wajjin hojjettu tokko karaa sirrii hin taaneen yommuu ishiitti dubbattu; obboleettiin sun gaafas galgala jaarsa gumii tokkotti yommuu dubbattu; guyyaa itti aanu gaarummaadhaan dubartii wajjin hojjettu sana yommuu haasofsiistu

Namni ati utuu hin beekiin miite tokko yeroo inni gaarummaadhaan sii deebisetti maaltu sitti dhagaʼaamee ture?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi