LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Bitootessa ful. 6
  • Bitootessa 25-31

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 25-31
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Bitootessa ful. 6

Bitootessa 25-31

1 QORONTOS 4-6

  • Faarfannaa 123 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Raacitii Xinnoon Guutummaa Bukichaa ni Bukeessa”: (Daq. 10)

    • 1Qo 5:1, 2—Obboloonni gumii Qorontos nama cubbuu hojjechaa turee fi yaada geddarachuu dide callisanii ilaalanii turan

    • 1Qo 5:5-8, 13—Phaawulos gumichi “raacitii” sana of gidduudhaa akka baasuu fi nama cubbuu raawwate sana Seexanatti dabarsee akka kennu isatti himeera (it-2-E 230, 869-870)

    • 1Qo 5:9-11—Gumichi namoota dogoggora hojjetanii qalbii geddarachuu didanii wajjin hariiroo qabaachuu hin qabu (lv ful. 34-35 key.19)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • 1Qo 4:9—Tajaajiltoonni Waaqayyoo lafa irra jiran, maleekotaaf “akka taatota waltajjii irra jiranii” kan taʼan akkamitti? (w09 5/15 24 key. 16)

    • 1Qo 6:3—Phaawulos ‘nuti maleekota irratti illee ni murteessina’ jedhee yeroo barreessu maal ibsuu isaa taʼuu dandaʼa? (it-2-E 211)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 1Qo 6:1-14 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 11)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) lv 34-35 key. 19-21 (th qoʼannaa 3)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 78

  • “Namoota Kitaaba Qulqulluu Qoʼachiistan Barsiisuuf Viidiyootti Fayyadamaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Babalʼisaan tokko barataa Kitaaba Qulqulluu isaa barsiisuuf birooshura Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe jedhamu irraa viidiyoo barumsa 4⁠ffaa irra jirutti yeroo fayyadamu argisiisu erga taphachiistee booda, irratti mariʼadhaa.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 42

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 45 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi