LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Ebla ful. 3
  • Ebla 8-14

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 8-14
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Ebla ful. 3

Ebla 8-14

1 QORONTOS 10-13

  • Faarfannaa 30 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Waaqa Amanamaa Dha”: (Daq. 10)

    • 1Qo 10:13—Yihowaan qorumsa nu mudatu nuuf hin filatu (w17.02 29-30)

    • 1Qo 10:13—Qorumsi nu irra gaʼu “qorumsa namoota kaan irra gaʼu irraa adda” miti

    • 1Qo 10:13—Yoo Yihowaatti amanamne, inni qorumsa kam iyyuu akka dandamannu gargaarsa nuuf godha

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • 1Qo 10:8—Seenaan Lakkoobsa 25:9 irra jiru, Israaʼeloonni halalummaa raawwachuu isaaniitiin guyyaa tokkotti duʼan 24,000 akka taʼan yommuu ibsu, caqasni kun 23,000 akka taʼan kan ibsu maaliifi? (w04-AM 4/1 29)

    • 1Qo 11:5, 6, 10—Obboleettiin tokko bakka babalʼisaan tokko jirutti qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu yeroo geggeessitu mataa ishii haguuggachuun ishii barbaachisaa dhaa? (w15 2/15 30)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 1Qo 10:1-17 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 3)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko itti argisiisi. (th qoʼannaa 6)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 25

  • “Kutaawwan Qaamaa . . . Barbaachisoo Dha” (1Qo 12:22): (Daq. 10) Viidiyicha taphachiisi.

  • “Ayyaana Yaadannootiif kan Qophooftan Akkamitti?”: (Daq. 5) Haasaadhaan kan dhihaatu. Tibba Ayyaana Yaadannootti, jaalala Yihowaa fi Yesuus nutti argisiisan irratti xiinxaluu fi dinqisiifannaa qaban guddifachuuf akka itti fayyadaman hunda isaanii jajjabeessi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 43 key. 8-18

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 64 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi