LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Ebla ful. 7
  • Ebla 29–Caamsaa 5

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 29–Caamsaa 5
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Ebla ful. 7

Ebla 29–Caamsaa 5

2 QORONTOS 1-3

  • Faarfannaa 44 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan ‘Waaqa Jajjabina Hundaa’ Ti”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 2 Qorontos jedhamu taphachiisi.]

    • 2Qo 1:3—Yihowaan “Abbaa gara laafinaa” ti (w17.07 13 key. 4)

    • 2Qo 1:4—Jajjabina Yihowaan kennuun warra kaan jajjabeessuu dandeenya (w17.07 15 key. 14)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • 2Qo 1:22—“Qabdii” fi ‘chaappaan’ Kiristiyaanonni dibamoon hundi Waaqayyo biraa fudhatan maali dha? (w16.04 32)

    • 2Qo 2:14-16—Phaawulos ergamaan “hiriira injifannoo” yommuu jedhu waaʼee maalii dubbachuu isaa taʼuu dandaʼa? (w10 10/1 29)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 2Qo 3:1-18 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) bhs 52-53 key. 3-4 (th qoʼannaa 8)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 86

  • “Barumsa Waaqayyoo Irraa Argamu Hordofaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Barumsa Yihowaatiin Karaa Hafuuraa Badhaadhina Argachuu jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 45

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 130 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi