LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Ebla ful. 6
  • Waaqayyo ‘Hundumaatiif Waan Hunda ni Taʼa’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waaqayyo ‘Hundumaatiif Waan Hunda ni Taʼa’
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Wanta Waadaa Gale Yeroo Hundumaa ni Raawwata
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Nagaa Waggaa Kumaafi Sana Booda Jiru!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • “Qulqulloota Taʼuu Qabdu”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • ‘Waanan Faraʼoon Irratti Hojjedhu Arguuf Jirta’
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Ebla ful. 6

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | 1 QORONTOS 14-16

Waaqayyo ‘Hundumaatiif Waan Hunda ni Taʼa’

15:24-28

Namoonni Yihowaadhaaf amanamoo taʼuu isaanii mirkaneessan yeroo gara fuulduraa dinqisiisaa taʼetu isaan eeggata. Waaʼee abdii keenyaa warra kaanitti gammachuu guddaadhaan kan dubbannu yoo taʼe, abdichi caalaatti nuuf dhugoomaa deema. Phaawulos ergamaan Kiristiyaanonni hidhata amantii isaa taʼan, wanta yeroo xumura Bulchiinsa Barkumee Kiristoos, jechuunis yeroo Yihowaan ‘hundumaatiif waan hunda itti taʼu’ ija qalbii isaaniitiin akka ilaalan isaan jajjabeesseera.

Maleekonni yeroo rakkina isa guddaatti saba Yihowaatiif yommuu eegumsa godhan; namoonni Jannata keessatti; Yesuus gonfoo isaa of irraa baasee Mootummaa harka Yihowaatti dabarsee yommuu kennu

Eebbawwan gara fuulduraatti nu eeggatan keessaa isa kam arguuf caalaatti hawwita? Maaliif?

Waaqayyo waadaa gale hunda akka raawwatu wanti si amansiise maali dha?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi