LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Onkoloolessa ful. 3
  • “Qulqulloota Taʼuu Qabdu”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Qulqulloota Taʼuu Qabdu”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jireenya Lafa Irra Jiru kan Uume Yihowaa Dha
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Tajaajiltoonni Waaqayyoo Qulqulluu Ta’uu Qabu
    Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa?
  • ‘Dhufa Guyyaa Yihowaa Sammuu Keessanitti Dhiheessaa Yaadaa!’
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Waaqayyo Namoota Qulqulluu Ni Jaallata
    “Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa”
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Onkoloolessa ful. 3

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | 1 PHEEXIROS 1-2

“Qulqulloota Taʼuu Qabdu”

1:14-16

Yihowaan waaqeffannaa keenya akka fudhatuuf qulqulloota taʼuu qabna. Qulqulluu taʼuu jechuun maal jechuu dha?

  • Obboleessi dargaggeessi tokko walgaʼii gumii deemuuf yommuu jedhu abbaan isaa inni Dhugaa Baatuu hin taane aariidhaan isatti dubbachaa jira

    Karaa hafuuraa

  • Hiriyoonni gaaʼelaa tokko mana isaaniitti fiilmiiwwan gocha naamusaan ala taʼan, hammeenyaa fi uumamawwan humna addaa qaban argisiisan daddabarsanii ilaalaa jiru

    Karaa naamusaa

  • Dubartiin takka miʼa nyaata ittiin bilcheessan dhiqaa jirti

    Karaa qaamaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi