BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | 2 PHEEXIROS 1-3
‘Dhufa Guyyaa Yihowaa Sammuu Keessanitti Dhiheessaa Yaadaa!’
Yihowaan yeroo murteessetti dafee tarkaanfii murtii haqa irratti hundaaʼe ni fudhata. Gochi keenya guyyaa Yihowaa isa dhufaa jiruuf akka qophoofne ni argisiisaa?
“Amala qulqulluu qabaachuu fi hojii Waaqayyoof kan bulle taʼuu keenya argisiisan hojjechuu” jechuun maal jechuu dha?
Gama naamusaatiin qulqulluu taʼuu fi amantii keenyaaf falmuu qabna
Namoota durattis taʼe dhuunfaatti sochiiwwan waaqeffannaa keenyaa wajjin wal qabatan irratti yeroo hunda hirmaachuu qabna