LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Onkoloolessa ful. 6
  • Onkoloolessa 28–Sadaasa 3

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Onkoloolessa 28–Sadaasa 3
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Onkoloolessa ful. 6

Onkoloolessa 28–Sadaasa 3

2 PHEEXIROS 1-3

  • Faarfannaa 114 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • ‘Dhufa Guyyaa Yihowaa Sammuu Keessanitti Dhiheessaa Yaadaa!’: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 2 Pheexiros jedhamu taphachiisi.]

    • 2Ph 3:9, 10—Guyyaan Yihowaa yeroo isaatti dhufa (w07 1/1 18 key. 11)

    • 2Ph 3:11, 12—Namoota akkamii taʼuu akka qabnu itti yaaduu nu barbaachisa (w07 1/1 8 key. 18)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • 2Ph 1:19—“Bakkalchi ganamaa” eenyu dha? Kan baʼe yoomi? Kun taʼuu isaa hoo akkamitti beekna? (w08 11/15 22 key. 2)

    • 2Ph 2:4—“Inxoroxoos” maali dha? Maleekonni hamoo taʼan achitti kan darbataman hoo yoom ture? (w08 11/15 22 key. 3)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 2Ph 1:1-15 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 7)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) bhs 154-155 key. 3-4 (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 96

  • “Dubbii Waaqayyootiif Hangam Bakka Guddaa Kennitu?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluudhaaf Bakka Guddaa Kennaniiru—Gabaabfamee kan Fudhatame (Wiiliyaam Tiindal) jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 71

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 34 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi