BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | 1 XIMOTEWOS 4-6
Waaqayyoof Buluu fi Qabeenya
Caqasoonni armaan gadii qabeenya hordofuu mannaa Yihowaa tajaajiluu irratti xiyyeeffachuun gammachuu akka argamsiisu kan argisiisan akkamitti?
Obboloota gara tajaajila yeroo guutuutti seenan eebba hedduutu isaan eeggata
Yeroo tokkotti Waaqayyoof buluu fi qabeenya hordofuun kan hin dandaʼamne maaliifi? (Mat 6:24)