LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Adoolessa ful. 6
  • Adoolessa 29– Hagayya 4

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Adoolessa 29– Hagayya 4
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Adoolessa ful. 6

Adoolessa 29–Hagayya 4

1 XIMOTEWOS 4-6

  • Faarfannaa 80 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Waaqayyoof Buluu fi Qabeenya”: (Daq. 10)

    • 1Xi 6:6-8—Buʼaa ‘Waaqayyoof kan bulan taʼuunii fi waan qabaniin gammadanii jiraachuun’ qabu (w03-AM 6/1 9 key. 1-2)

    • 1Xi 6:9—Miidhaa sooressa taʼuuf kutatanii kaʼuun qabu (g-AM 6/07 5-6 key. 2)

    • 1Xi 6:10—Dhiphina qarshii jaallachuun namatti fidu (g-AM  11/08 6 key. 4-6)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • 1Xi 4:2—Namni tokko qalbii isaa kan hadoochu akkamitti? Kuni hoo balaa qaba kan jennu maaliifi? (lvs-AM 23-24 key. 17)

    • 1Xi 4:13—Phaawulos, Ximotewos uummataaf dubbisuuf carraaqqii gochuu isaa akka itti fufu kan isa jajjabeesse maaliifi? (it-2-E 714 key.1-2)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 1Xi 4:1-16 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. Namni haasofsiiste gumii irratti akka argamu affeeri. (th qoʼannaa 11)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) lvs-AM 207-209 key. 20-21 (th qoʼannaa 3)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) Barataa Kitaaba Qulqulluu guddina hin argisiisne malaan qoʼachiisuu dhaabi.—mwb19.02 7 ilaali. (th qoʼannaa 12) 

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 37

  • Miidhaa Qabeenya Hordofuun Geessisu: (Daq. 7) Viidiyoo ‘Jabinaan Fiiguu Qabna’—Baʼaawwan Barbaachisoo hin Taane Of Irraa Salphisaa jedhamu taphachiisi; achiis barumsa irraa argattan irratti mariʼadhaa.

  • “Waaqayyoof Buluu fi Leenjii Qaamaa” (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo gabatee animeeshinii adii Waaʼee Taphawwan Ispoortii Maal Beekuu Qabda? jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 58

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 34 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi