LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Adoolessa ful. 8
  • Isaan Irraa Maal Barachuu Dandeessu?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Isaan Irraa Maal Barachuu Dandeessu?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Namootatti Kabaja Argisiisi
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
  • Kabajni kan Hafe Maaliifi?
    Dammaqaa!—2024
  • Obboloonni Dargaggoonni, Kiristiyaanota Bilchina Qabdan Taʼaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Obbolootaa—Hafuuraan Facaasuudhaan Itti Gaafatamummaa Fudhachuuf Carraaqaa!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Adoolessa ful. 8
Elsaaʼi yommuu Eliyaas uffata isaatiin laga Yordaanos bakka lamatti hiru argaa jira

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Isaan Irraa Maal Barachuu Dandeessu?

Obboleessa dhiheenya kana tajaajilaa ykn jaarsa gumii taatee muudamtedhaa? Tarii ogummaadhaan, dandeettiidhaan, ykn karaa barumsa addunyaatiin obboloota tajaajiltoota ykn jaarsoolii gumii, gumii kee keessa jiran irra ni caalta taʼa. Haa taʼu malee, obboloota hafuuraa yeroo ammaatti sababa dullumaatiin, dhibee fayyaatiin ykn itti gaafatamummaa maatii qabaniin kan kaʼe tajaajiltoota ykn jaarsolii gumii taʼanii tajaajilaa hin jirre irraa wantoota hedduu barachuu dandeessa.

VIIDIYOO OBBOLOOTA MUUXANNOO QABAN KABAJAA JEDHAMU ILAALAA; ACHIIS GAAFFIIWWAN KANAA GADII DEEBISUUF YAALAA:

  1. Obboleessi keenya Richaardi obboleessa keenya Beeniif caqasa dubbisaa jira

    1. Obboleessi keenya Riichaardi obboleessa Beeloof kabaja akka qabu kan argisiise akkamitti?

  2. Obboleessi keenya Been kaartaa naannoo tajaajilaa yommuu haaressu

    2. Been dogoggora akkamii raawwate? Maaliif?

  3. Obboleessi keenya Beeloonii fi obboleessi keenya Been yommuu boqonnaa fudhatanitti waliin haasaʼaa jiru

    3. Been fakkeenya Elsaaʼi irraa maal barate?

  4. 4. Obboleessas taate obboleettii, Kiristiyaanota hidhata amantii kee taʼanii fi muuxannoo qabaniif kabaja akka qabdu argisiisuu fi isaan irraa barachuu kan dandeessu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi