LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Adoolessa ful. 5
  • Hojii Gaariidhaaf Carraaqaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hojii Gaariidhaaf Carraaqaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dargaggootaa, Guddina Argisiisaa Jirtuu?
    Tajaajila Mootummaa—2013
  • Kiristiyaanonni Carraaqqii Gochuu kan Qaban Maaliifi?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Dargaggootaa—Karaa Hafuuraa Guddina Gochaa Jirtuu?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Tajaajiltoonni Gumii Gaʼee Guddaa Qabu
    Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼuu
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Adoolessa ful. 5
Obboleessi dargaggeessa taʼe tokko gumii keessatti maayikiraafoonii yommuu naanneessu; yommuu qoʼannaa dhuunfaa godhu; akkasumas wiilcharii obboleettii maanguddoo takkaa yommuu oofu

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | 1 XIMOTEWOS 1-3

Hojii Gaariidhaaf Carraaqaa

3:1, 13

Obboloonni dargaggummaa isaaniitii kaasanii carraaqqii gochuun isaanii gaarii dha. Kunis yommuu gaʼeessa taʼanitti tajaajiltoota gumii taʼanii muudamuuf leenjii fudhachuu fi gaʼumsa qabaachuu isaanii argisiisuuf isaan dandeessisa. (1Xi 3:10) Obboloonni carraaqqii gochuu kan dandaʼan akkamitti? Amaloota kanaa gadii horachuu fi argisiisuudhaan kana gochuu dandaʼu:

  • Fedhii ofii aarsaa gochuu.—km 7/13 2-3 key. 2

  • Nama hafuuraa taʼuu.—km 7/13 3 key. 3

  • Amanamummaa.—km 7/13 3 key. 4

Jaarsi gumii tokko dargaggeessi tokko gumii keessatti akka tajaajilu isa leenjisaa jira
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi