LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Adoolessa ful. 5
  • Adoolessa 22-28

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Adoolessa 22-28
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Adoolessa ful. 5

Adoolessa 22-28

1 XIMOTEWOS 1-3

  • Faarfannaa 103 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Hojii Gaariidhaaf Carraaqaa”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 1 Ximotewos jedhamu taphachiisi.]

    • 1Xi 3:1—Obboloonni ilaaltuu ol aanaa taʼuuf akka carraaqan jajjabeeffamaniiru (w16.08 21 key. 3)

    • 1Xi 3:13—Obboloonni haala gaariidhaan tajaajilan eebba hedduu argatu (km-E 9/78 4 key. 7)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • 1Xi 1:4—Phaawulos, Ximotewos hidda dhalootaatiif xiyyeeffannaa akka hin kennine kan isa akeekkachiise maaliifi? (it-1-E 914-915)

    • 1Xi 1:17—“Mootii bara baraa” jedhamee waamamuu kan dandaʼu Yihowaa qofadha kan jennu maaliifi? (cl 13 key. 15)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 1Xi 2:1-15 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 2)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) lvs-AM 47-48 key. 6-7 (th qoʼannaa 6)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 137

  • Dargaggoonni Hojii Ijaarsaa Waarwiik Irratti Hirmaatan Yihowaadhaaf Ulfina Kennaniiru: (Daq. 6) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa:

    Obboloonni dargaggoota taʼan ijaarsa Waarwiik Betʼel irratti gargaarsa kan godhan akkamitti? Faayidaa kan argatan hoo akkamitti?

    Obboloonni dargaggoota taʼan gumii keessatti Yihowaadhaaf ulfina kennuuf carraa akkamii qabu?

  • “Isaan Irraa Maal Barachuu Dandeessu?”: (Daq. 9) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Obboloota Muuxannoo Qaban Kabajaa jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 57

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 57 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi