LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Waxabajjii ful. 5
  • Dargaggootaa—Karaa Hafuuraa Guddina Gochaa Jirtuu?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dargaggootaa—Karaa Hafuuraa Guddina Gochaa Jirtuu?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ati Nama Foonii ti Moo Nama Hafuuraa Ti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Wanta Gati Jabeessa Namaaf Hirru Qabna
    Tajaajila Mootummaa—2008
  • Hojii Gaariidhaaf Carraaqaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Dulluma Keessa Karaa Hafuuraa ni Lalisuu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Waxabajjii ful. 5

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LUQAAS 2-3

Dargaggootaa—Karaa Hafuuraa Guddina Gochaa Jirtuu?

Yesuus xinnummaa isaatii jalqabee, dhimmoota hafuuraatiif dursa kennuudhaan, akkasumas warra isaa kabajuudhaan fakkeenya nuu taʼa.

Dargaggootaa, karaawwan kanaa gadiitiin fakkeenya Yesuus hordofuu kan dandeessan akkamitti?

  • 2:41, 42

    Yesuus inni mucaa ture ayyaana Faasikaa kabajuuf warra isaa wajjin gara Yerusaalem deemeera

    Sochiiwwan hafuuraa irratti hirmaachuu

  • 2:46, 47

    Yesuus yeroo umuriin isaa waggaa 12 turetti barsiistotaa wajjin mana qulqullummaa keessa taa’ee jira

    Hubannaa karaa hafuuraa qabdan guddisuu

  • 2:51, 52

    Yesuus warra isaatiif kabaja akka qabu argisiiseera

    Warra keessan kabajuu

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi