BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | 1 XIMOTEWOS 1-3
Hojii Gaariidhaaf Carraaqaa
Obboloonni dargaggummaa isaaniitii kaasanii carraaqqii gochuun isaanii gaarii dha. Kunis yommuu gaʼeessa taʼanitti tajaajiltoota gumii taʼanii muudamuuf leenjii fudhachuu fi gaʼumsa qabaachuu isaanii argisiisuuf isaan dandeessisa. (1Xi 3:10) Obboloonni carraaqqii gochuu kan dandaʼan akkamitti? Amaloota kanaa gadii horachuu fi argisiisuudhaan kana gochuu dandaʼu:
Fedhii ofii aarsaa gochuu.—km 7/13 2-3 key. 2
Nama hafuuraa taʼuu.—km 7/13 3 key. 3
Amanamummaa.—km 7/13 3 key. 4