LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Adoolessa ful. 2
  • ‘Waanan Faraʼoon Irratti Hojjedhu Arguuf Jirta’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Waanan Faraʼoon Irratti Hojjedhu Arguuf Jirta’
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Mootii Hamaan Tokko Biyya Gibxii Bulchuu Jalqabe
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Galaana Diimaa Ce’uu
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Yihowaan Wanta Waadaa Gale Yeroo Hundumaa ni Raawwata
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Waaqayyo Israa’eloota Garbummaa Jalaa Baase
    Macaafni Qulqulluun Dhaamsisaa Maalidha?
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Adoolessa ful. 2
Israaʼeloonnii fi namoonni Israaʼeloota hin taane hedduun Gibxii keessaa baʼaa jiru.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | BA’UU 6-7

‘Waanan Faraʼoon Irratti Hojjedhu Arguuf Jirta’

6:1, 6, 7; 7:4, 5

Yihowaan, Gibxii irratti dhaʼicha fiduu fi Israaʼeloota garbummaa jalaa bilisa baasuu isaa dura, wanta gochuuf jedhu Israaʼelootatti himee ture. Karaa kanaan dura arganii hin beekneen humna Yihowaa arguuf jedhu; akkasumas warri Gibxii Yihowaan eenyu akka taʼe dhugumaan beekuuf jedhu. Yommuu waadaan Yihowaan gale raawwatametti amantiin Israaʼelootaa cimeera; kun immoo dhiibbaa waaqeffannaa sobaa Gibxii keessatti isaan mudachaa ture of irraa ittisuuf isaan gargaareera.

Seenaan Kitaaba Qulqulluu kun amantii waadaa Waaqayyo yeroo gara fuulduraa ilaalchisee gale irratti qabdu kan siif cimse akkamitti?

Tajaajiltoonni Yihowaa amanamoo taʼan rakkina guddaa keessaa dhufaa jiru.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi