LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Adoolessa ful. 3
  • Adoolessa 13-19

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Adoolessa 13-19
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Adoolessa ful. 3

Adoolessa 13-19

BA’UU 8-9

  • Faarfannaa 12 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Faraʼoon Inni Of Tuultuu Taʼe Utuu Itti hin Beekamin Kaayyoo Waaqayyoo Raawwachuuf Tajaajileera”: (Daq. 10)

    • Bau 8:15—Faraʼoon mata jabeessa taʼuudhaan Musee fi Aaron dhagaʼuu dideera (w09 3/15 6 key. 6)

    • Bau 8:18, 19—Faraʼoon yommuu warri ayyaana hedan moʼamuu isaanii amananitti illee abdii hin kutanne

    • Bau 9:15-17—Yihowaan Faraʼoon lubbuudhaan akka jiraatu gochuudhaan maqaan isaa ulfina akka argatu godheera (it-2-E 1181 key. 3-5)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Bau 8:21—Qarxaasaan maali dha? (it-1-E 878)

    • Bau 8:25-27—Museen aarsaan Israaʼeloonni dhiheessan “warra Gibxii biratti ciiggaasisaa” akka taʼu kan dubbate maaliifi? (w04-AM 3/15 25 key. 9)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 8:1-19 (th qoʼannaa 12)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Babalʼisaan kun mormii kaʼeef deebii kan kenne akkamitti? Maree fakkeenya taʼu kanatti fayyadamuudhaan, barreeffama meeshaalee barsiisuuf itti fayyadamnu keessa jiru tokko beeksisuu kan dandeessan akkamitti?

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 3)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama qoʼachiisuuf itti fayyadamnu tokko kenni. (th qoʼannaa 12)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 74

  • “Gad Of Qabaa—Of Jajuu Irraa Fagaadhaa”: (Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Michuu Yihowaa Taʼi—Gad Of Qabi jedhamu taphachiisi. Achiis, kan dandaʼamu taanaan, ijoollee xixinnoo dursitee qopheessite muraasa gara waltajjiitti affeeriitii gaaffiiwwan viidiyichaaf qophaaʼan isaan gaafadhu.

  • “Yommuu Namoonni Isin Jajan Gad Of Qabaa”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Akkuma Yesuus Amanamoo Taʼaa—Yommuu Jajamtanitti jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 106

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 16 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi