LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Adoolessa ful. 2
  • Adoolessa 6-12

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Adoolessa 6-12
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Adoolessa ful. 2

Adoolessa 6-12

BA’UU 6-7

  • Faarfannaa 150 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Waanan Faraʼoon Irratti Hojjedhu Arguuf Jirta”: (Daq. 10)

    • Bau 6:1—Museen ‘irree Waaqayyoo isa cimaa’ argeera

    • Bau 6:6, 7—Waaqayyo Israaʼeloota ni oolcha (w12 3/15 26-27 key. 8)

    • Bau 7:4, 5—Faraʼoonii fi warri Gibxii Yihowaan eenyu akka taʼe ni beeku (it-2-E 436 key. 1-2)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Bau 6:3—Yihowaan maqaa isaa Abrahaam, Yisihaaqii fi Yaaqoobitti akka hin beeksisne yeroo dubbatu maal jechuu isaa ti? (it-1-E 78 key. 3-4)

    • Bau 7:1, NW—Museen Faraʼooniif “akka Waaqaa” kan taʼee fi Aaron “raajii” Musee kan taʼe akkamitti? (it-2-E 435 key. 5)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 6:1-15 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo, Garaa Tuquuf Carraaquu jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 19 irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w15 1/15 9-10 key. 6-7—Mata Duree: Guyyaa Hundumaa Yihowaa Galateeffadhaa. (th qoʼannaa 19)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 45

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 105

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 119 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi