LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Caamsaa ful. 2
  • Caamsaa 6-12

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 6-12
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Caamsaa ful. 2

Caamsaa 6-12

2 Qorontos 4-6

  • Faarfannaa 128 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Abdii hin Kutannu”: (Daq. 10)

    • 2Qo 4:16—Yihowaan “guyyaa guyyaadhaan” nu haaressa (w04-AM 8/15 25 key. 16-17)

    • 2Qo 4:17—Rakkinni yeroo ammaatti nu irra gaʼaa jiru “yeroo muraasaaf kan turuu fi salphaa” dha (it-1-E 724-725)

    • 2Qo 4:18—Eebba Mootummichi gara fuulduraatti fidu irratti xiyyeeffachuu qabna

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • 2Qo 4:7—“Qabeenya gatii guddaa qabu kana qodaa suphee keessaa” kan jedhame maali dha? (w12-AM 2/1 28-29)

    • 2Qo 6:13—Gorsa ‘garaa keenya balʼisnee akka bannu’ nuuf kennameef ajajamuu kan dandeenyu akkamitti? (w09 11/15 21 key. 7)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 2Qo 4:1-15 (th qoʼannaa 12)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Sirriitti Dubbisuu jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 5 irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w04-AM 7/1 30-31—Mata Duree: Kiristiyaanonni Cuuphaman Babalʼisaa hin Cuuphamnee Wajjin Gaaʼelaaf Wal Qorachuu ni Dandaʼuu? (th qoʼannaa 7)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 143

  • Wantan Dandaʼu Hundan Gochaa Jira: (Daq. 8) Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Obboleessi keenya Foostar yeroo dargaggeessaa fi cimaa turetti humna isaa guutuudhaan Yihowaa kan tajaajile akkamitti? Haalli isaa kan jijjiirame akkamitti? Haalli isaa yeroo jijjiirame kanatti hoo hamma dandaʼu Yihowaa tajaajilaa kan jiru akkamitti? Muuxannoo isaa irraa barumsawwan akkamii argattan?

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 7)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 46

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 102 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi