LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Caamsaa ful. 3
  • Caamsaa 13-19

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 13-19
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Caamsaa ful. 3

Caamsaa 13-19

2 QORONTOS 7-10

  • Faarfannaa 109 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Tajaajilli Keenya Hojii Gargaarsaa Dabalata”: (Daq. 10)

    • 2Qo 8:1-3—Gumiiwwan Maqedooniyaa keessa jiran obboloota lammii Yihudii taʼan gargaaruuf “humna isaaniitii ol” buusii godhaniiru (w98-AM 11/1 25 key. 1; kr 236 key. 1)

    • 2Qo 8:4—Kiristiyaanota haala rakkisaa keessa jiran gargaaruun kutaa “tajaajila gargaarsaa” keenyaa ti (kr 237 key. 4-6)

    • 2Qo 9:7—‘Waaqayyo nama gammachuudhaan kennu jaallata’ (kr 221 key. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • 2Qo 9:15—“Kennaa [Waaqayyoo] isa jechaan ibsamuu hin dandeenye” kan jedhame maali dha? (w16.01 12-13 key. 2)

    • 2Qo 10:17—‘Yihowaadhaan boonuu’ jechuun maal jechuu dha? (g99-E 7/8 20-21)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 2Qo 7:1-12 (th qoʼannaa 12)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 2)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 4)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 17

  • “Tajaajilli Gargaarsaa Keenya Kiristiyaanota Kaariibiyaan Jiran kan Fayyade Akkamitti?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Jaalala Hojiidhaan Deggerame—Hojii Gargaarsaa Odolawwanitti Raawwatame jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 47

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 151 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi