Caamsaa 27–Waxabajjii 2
GALAATIYAA 1-3
Faarfannaa 106 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Fuulleettan Isa Morme”: (Daq. 10)
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Galaatiyaa jedhamu taphachiisi.]
Gal 2:11-13—Yihudoonni Kiristiyaana taʼan Pheexirosiin gaafachuu yommuu dhufanitti, sodaan namootaa obboloota lammii Yihudii hin taane irraa akka baqatu isa taasiseera (w17.04 27 key. 16)
Gal 2:14—Phaawulos Pheexirosiin dogoggora isaa akka sirreessu isatti himeera (w13 3/15 5 key. 12)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Gal 2:20—Furichaaf ilaalcha akkamii qabaachuu qabdu? Maaliif? (w14 9/15 16 key. 20-21)
Gal 3:1—Phaawulos warra Galaatiyaa “gowwoota nana!” jedhee kan waame maaliifi? (it-1-E 880)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Gal 2:11-21 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 2)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) bhs 202-203 key. 18-19 (th qoʼannaa 6)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Hundumti Keenya Bakkawwan Waaqeffannaa Keenyaaf Kunuunsa Gochuu Irratti Hirmaachuu kan Dandeenyu Akkamitti?”: (Daq. 15) Jaarsa gumiitiin mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Bakkawwan Waaqeffannaa Keenyaaf Kunuunsa Gochuu jedhamu erga taphachiistee booda, obboleessa koree suphaa Galma Walgaʼii fi bakka buʼaa gumii keessaniitiif gaafannoo gabaabaa godhi. (Gumiin keessan bakka buʼaa hin qabu taanaan, qindeessaa qaama jaarsoliitiif gaafannoo godhi. Gumiin keessan Galma Walgaʼiitti kan fayyadamu kophaa isaa yoo taʼe immoo, obboleessa hojii suphaa Galma Walgaʼii qindeessuuf gaafannoo godhi.) Sagantaa hojii suphaa yeroo hunda godhamuuf wanta barbaachisu hunda gochaa jirraa? Of eeggannoodhaan hojjechaa jirraa? Dhiheenyatti hojii Galma Walgaʼii suphuu akkamiitu raawwatame? Gara fuulduraatti hoo maal hojjechuuf karoorfameera? Namni tokko dandeettii suphuu yoo qabaate ykn namoota dandeettii suphuu qabanii wajjin hojjechuudhaan dandeettii suphuu caalaatti guddifachuu yoo barbaade maal gochuu qaba? Haalli keenya maal iyyuu yoo taʼe, hundi keenya Galma Walgaʼii kunuunsuuf gumaacha akkamii gochuu dandeenya?
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 49
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 70 fi Kadhannaa