LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Hagayya ful. 2
  • Hagayya 5-11

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 5-11
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Hagayya ful. 2

Hagayya 5-11

2 Ximotewos 1-4

  • Faarfannaa 150 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Waaqayyo Hafuura Sodaa Nuuf hin Kennine”: (Daq.  10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 2 Ximotewos jedhamu taphachiisi.]

    • 2Xi 1:7—Qorumsawwan isini irra gaʼu ‘hafuura sammuu fayyaatiin’ dandamadhaa (w09 5/15 15 key. 9)

    • 2Xi 1:8—Misiraachichatti hin qaanaʼinaa (w03-AM 3/1 9 key. 7)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • 2Xi 2:3, 4—Hirmaannaa “hojii daldalaa” keessatti qabnu hirʼisuu kan dandeenyu akkamitti? (w17.07 10 key. 13)

    • 2Xi 2:23—Karaawwan “falmii gowwummaa fi wallaalummaa” irraa itti fagaachuu dandeenyu keessaa tokko maali dha? (w14 7/15 14 key. 10)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) 2Xi 1:1-18 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Fakkeenyota Barumsa Dabarsan jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 8 irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w14 7/15 13 key. 3-7—Mata Duree: Sabni Yihowaa ‘Jalʼina Irraa kan Fagaatan’ Akkamitti? (th qoʼannaa 7)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 85

  • “Namoota Yihowaa Jaallatan Wajjin Yeroo Dabarsaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Hiriyummaa Gadhee Irraa Fagaachuu Baradhaa jedhu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 59

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 51 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi