Hagayya Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—Barreeffama Qoʼannaa Walgaʼii Hagayya 2019 Maree Fakkeenya Taʼu Hagayya 5-11 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | 2 XIMOTEWOS 1-4 “Waaqayyo Hafuura Sodaa Nuuf hin Kennine” AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Namoota Yihowaa Jaallatan Wajjin Yeroo Dabarsaa Hagayya 12-18 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | TIITOO 1–FIILMOON ‘Jaarsolii Muudaa’ AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Dargaggootaa, ‘Hojii Gaariidhaaf kan Hinaaftan’ Taʼaa Hagayya 19-25 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | IBROOTA 1-3 Qajeelina Jaalladhaa, Jalʼina Immoo Jibbaa Hagayya 26–Fulbaana 1 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | IBROOTA 4-6 Gara Boqonnaa Waaqayyootti Galuuf Wanta Dandeessan Hunda Godhaa AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Hojiiwwan Gaarii hin Irraanfatamne