LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Hagayya ful. 7
  • Hagayya 26–Fulbaana 1

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 26–Fulbaana 1
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Hagayya ful. 7

Hagayya 26–Fulbaana 1

IBROOTA 4-6

  • Faarfannaa 5 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Gara Boqonnaa Waaqayyootti Galuuf Wanta Dandeessan Hunda Godhaa”: (Daq.  10)

    • Ibr 4:1, 4—Boqonnaan Waaqayyoo maal akka taʼe adda baafadhaa (w11 7/15 24-25 key. 3-5)

    • Ibr 4:6—Yihowaadhaaf ajajamaa (w11 7/15 25 key. 6)

    • Ibr 4:9-11—Wanta isinumti barbaachisaadha jettanii yaaddan qofa duukaa hin buʼinaa (w11 7/15 28 key. 16-17)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Ibr 4:12—Akka caqasa kanaatti ‘dubbii Waaqayyoo’ kan jedhame maali dha? (w16.09 13)

    • Ibr 6:17, 18—‘Wantoonni hin jijjiiramne lamaan’ caqasa kana irratti ibsaman maali dha? (it-1-E 1139 key. 2)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Ibr 5:1-14 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) lv 199 key. 7-8 (th qoʼannaa 12) 

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 75

  • “Hojiiwwan Gaarii hin Irraanfatamne”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Tajaajila Betʼeliif Of Dhiheessi jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 62

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 31 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi