Hagayya 12-18
Tiitoo 1–Fiilmoon
Faarfannaa 99 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Jaarsolii Muudaa”: (Daq. 10)
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Tiitoo jedhamu taphachiisi.]
Tit 1:5-9—Ilaaltonni ol aanaa aanaa obboloota ulaagaawwan Kitaaba Qulqulluu guutan jaarsolii gumii godhanii ni muudu (w14 11/15 28-29)
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Fiilmoon jedhamu taphachiisi.]
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Tit 1:12—Caqasni kun qomoo tokko halaalatti jibbuun sirrii akka taʼe hin argisiisu kan jennu maaliifi? (w89-E 5/15 31 key. 5)
Flm 15, 16—Phaawulos, Fiilmoon Oneesimosiin birmaduu akka baasu kan isa hin gaafanne maaliifi? (w08 10/15 31 key. 5)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Tit 3:1-15 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 3)
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼeef deebii kenni. (th qoʼannaa 12)
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis kaardii teessoo jw.org kenni. (th qoʼannaa 11)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Dargaggootaa, ‘Hojii Gaariidhaaf kan Hinaaftanʼ Taʼaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dargaggoota Yihowaadhaaf Ulfina Kennaa Jiran jedhu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 60
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 23 fi Kadhannaa