LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Fulbaana ful. 3
  • Fulbaana 9-15

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fulbaana 9-15
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Fulbaana ful. 3

Fulbaana 9-15

IBROOTA 9-10

  • Faarfannaa 10 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Gaaddidduu Wantoota Gaggaarii Dhufuuf Jiranii”: (Daq. 10)

    • Ibr 9:12-14—Dhiigni Kiristoos dhiiga reʼootaa fi korommii caalaa gatii guddaa qaba (it-1-E 862 key. 1)

    • Ibr 9:24-26—Kiristoos yeroo hundumaaf akka taʼutti al tokkicha gatii aarsaa isaa Waaqayyo duratti dhiheesseera (cf 212 key. 4)

    • Ibr 10:1-4—Seerichi wanta baayʼee gaarii dhufuuf jiruuf gaaddidduu taʼa (it-2-E 602-603)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Ibr 9:16, 17—Caqasni kun hiika maalii qaba? (w92-AM 3/1 31 key. 4-6)

    • Ibr 10:5-7—Yesuus yaada caqasa kana irra jiru kan dubbate yoomi? Hiikni isaanii hoo maali dha? (it-1-E 249-250)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Ibr 9:1-14 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼeef deebii kenni. (th qoʼannaa 2)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis kaardii teessoo jw.org kenni. (th qoʼannaa 11)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 89

  • Walgaʼiiwwan Keenya ni Dinqisiifannaa? (Far 27:11): (Daq. 12) Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa:

    • Yesuus Inni Luba Ol Aanaa taʼe faayidaa keenyaaf jedhee hojiiwwan akkamii hojjeta?

    • Karaawwan sadan dinqisiifannaa keenya itti argisiisuu dandeenyu kamfaʼi?

  • Walgaʼii Irratti Sirriitti Dhaggeeffadhu: (Daq. 3) Viidiyicha taphachiisi. Achiis walgaʼiiwwan irratti sirriitti dhaggeeffachuu kan qaban maaliif akka taʼe ijoollee gaafadhu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 64

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 130 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi