LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Fulbaana ful. 3
  • “Gaaddidduu Wantoota Gaggaarii Dhufuuf Jiranii”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Gaaddidduu Wantoota Gaggaarii Dhufuuf Jiranii”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Miʼa Godoo Qulqullaaʼaa Hundumaa Irra Caalu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mirga Mana Qulqullummaa Hafuuraa Keessatti Yihowaa Waaqeffachuuf Argattan Dinqisiifadhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Yihowaan “Bakka Namoota Hedduu Furii” Qopheesse
    Yihowaatti Dhihaadhu
  • Cubbuuwwan Baroota Darbanitti Hojjetamaniif Dhiifama Gochuu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Fulbaana ful. 3

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | IBROOTA 9-10

“Gaaddidduu Wantoota Gaggaarii Dhufuuf Jiranii”

9:12-14, 24-26; 10:1-4

Godoo qulqullaaʼaan qophii Waaqayyo furiitti fayyadamee cubbuu ilmaan namootaatiif dhiifama argamsiisuuf qopheesseef gaaddidduu dha. Kutaalee godoo qulqullaaʼaa arfan armaan gaditti argaman wantoota bakka buʼanii wajjin walitti firoomsaa.

Fakkii keessa godoo qulqullaaʼaa argisiisu
  1. Golgaa

  2. Saanduqa Kakuu duratti aarsaa dhiiga bineeldotaa facaasuu

  3. Iddoo Hunda Caalaa Qulqulluu Taʼe

  4. Luba ol aanaa

  • Yesuus

  • Samii

  • Yihowaa duratti gatii furii dhiheessuu

  • Foon Kiristoos

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi