LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Fulbaana ful. 4
  • Miʼa Godoo Qulqullaaʼaa Hundumaa Irra Caalu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Miʼa Godoo Qulqullaaʼaa Hundumaa Irra Caalu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Gaaddidduu Wantoota Gaggaarii Dhufuuf Jiranii”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Saanduqni ykn Taabonni Kakuu Maali Dha?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • Mirga Mana Qulqullummaa Hafuuraa Keessatti Yihowaa Waaqeffachuuf Argattan Dinqisiifadhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Fulbaana ful. 4
Saanduqa kakuu.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | BA’UU 25-26

Miʼa Godoo Qulqullaaʼaa Hundumaa Irra Caalu

25:9, 21, 22

Saanduqni kakuu godoo qulqullaaʼaa keessattis taʼe buufata Israaʼel keessatti miʼa hundumaa irra caaluu fi iddoo guddaa qabu ture. Waaqayyo qadaada araaraa Saanduqichaa gubbaatti kiruubelota lamaan gidduutti duumessaan ni mulʼata ture. Waggaa waggaadhaan Guyyaa Araaraatti lubni ol aanaan cubbuu Israaʼeliif araara argamsiisuuf gara Iddoo Hundumaa Caalaa Qulqulluu Taʼetti seenee qadaadicha fuulduratti dhiiga jibichaa fi dhiiga reʼee facaasa ture. (Lew 16:14, 15) Kunis haala Yesuus inni Luba Ol Aanaa taʼe gatii furii aarsaa isaa Yihowaa duratti dhiheessuuf gara samii itti seeneef gaaddidduu taʼa.—Ibr 9:24-26.

Caqasoota armaan gadii faayidaawwan aarsaan Yesuus nuuf argamsiisuu wajjin walitti firoomsi:

CAQASOOTA

  • 1Yo 1:8, 9

  • Ibr 9:13, 14

  • Rom 6:23

FAAYIDAAWWAN

  • abdii bara baraaf jiraachuu

  • dhiifama cubbuu

  • qalbii qulqulluu

Faayidaawwan kana argachuuf maal gochuu qabna?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi