Fulbaana 16-22
IBROOTA 11
Faarfannaa 119 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Amantiin Baayʼee Barbaachisaa Dha”: (Daq. 10)
Ibr 11:1—Amantii jechuun maal jechuu dha? (w16.10 27 key. 6)
Ibr 11:6—Waaqayyoon gammachiisuuf amantiin barbaachisaa dha (w13-AM 11/1 11 key. 2-5)
Ibr 11:33-38—Amantiin, tajaajiltoonni Waaqayyoo bara durii turan haala rakkisaa isaan mudate akka dandamatan isaan gargaareera (w16.10 23 key. 10-11)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)
Ibr 11:4—Amantiin Abeel maal irratti kan hundaaʼe ture? (it-1-E 804 key. 5)
Ibr 11:5—Henok amantii cimaa qabaachuu isaatiin Yihowaan kan isa eebbise akkamitti? (wp17.1 13)
Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Ibr 11:1-16 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 3)
Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Nama haasofsiistuuf waraqaa afeerrii walgaʼiiwwan gumii fi viidiyoo Galma Mootummaa Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 11)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Bara Hongeen Jirutti Maal Gochuuf Qophooftaniittu?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 65
Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)
Faarfannaa 65 fi Kadhannaa