BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | IBROOTA 11
Amantiin Baayʼee Barbaachisaa Dha
Amantii cimaa qabaachuun haalawwan armaan gadii keessatti kan isin gargaaru akkamitti?
Yommuu hojiin tiʼookraasii ulfaata isinitti fakkaatu isiniif kennamutti.—Ibr 11:8-10
Nama jaallattan yeroo duʼaan dhabdanitti.—Ibr 11:17-19
Mootummoonni akka isin hin waaqeffanne yeroo dhorkanitti.—Ibr 11:23-26